Articles

140: Haadha Warraa Dhungachuun Wuduu’a Namarraa Diigaa?

  Deebisaa: Eega wuduu’a godhatanii booda haadha warraa dhungachuun gonkumaa wuduu’a namarraa hin balleessu. Nabiin...

Aug 21, 2025
141: Nama Muslima hin tahin waliin afooshaa seenuun hayyamam...

  Afooshas tahee hojii daldalaa kan birootis nama Muslima hin tahin waliin gurmaayanii dalaguun ni taha. Waan aqiid...

Aug 21, 2025
143: Qumxaa uffachuun hayyamamaa?

Gaaffii: Namni tokko yeroo wudu’atu qumxaadhaan yoo wudu’ate maal qaba?     Deebisaa: Wanti dura silaa gaafata...

Aug 21, 2025
999: Waraqaa Qur’aanni irratti katabamee irraa tarsa’e lafaa...

Gaafii: Kitaaba qur’aana gubuun ni taatii? lafarraa guuree bakka wayiitti dhossa. Abbaan manaa bira dalagu muxawwaadhaa...

Aug 21, 2025
108: Suuraa wolii erganii wol laallachuun akkami?

Gaaffii:namni kun yeroo boodaa tana kheeysatti suuraa wolii ergee wol ilaallachuudhaaf wol gaafata akkanatti suuraa woli...

Aug 21, 2025
123: Salaata raka’aa afurii akkamitti jam’ii godhuun narra j...

Gaaffii: Salaata raka'aa afurii jam'ii godhee raka'aa lama salaatee salaammadhe , eega salaammadhee booda maal godhuutu...

Aug 21, 2025
123: Qiblaafi azaanni shii’aa keennaan akkuma tokkoo?

Gaaffii: Ganda shi’aa dalagaa warra shi’aa sani azaana isaaniitiif qiblaa isaaniillee ni shakkee maal ta’uu qabaa? &nbsp...

Aug 21, 2025
125: Ilmoo garaa bu’ee du’aa’ii godhuun danda’amaa?

Gaaffii: Niitii takka yoo ilmoon garaa bu’e ilmoon sun baatii shanii jaha ka geette du’aa’ii godhuun ni danda’amaa? Irra...

Aug 21, 2025
125: Ilmaan eessumaa ajnabiidhaa?

Gaaffii: Eessumni kiyyaa haadha tiyya guddifatee ilmaan eessuma tiyyaa sun narraa ajnabiidhaa akka akaakoo kiyyatti laal...

Aug 21, 2025
126: Namni sababaa garagaraatiin ramadaana soomanuu hin dand...

Namni sababaa garagaraatiin ramadaana soomanuu hin dandeenne, waajibni yookaan dirqamni isarra jiru galgala hunda nyaach...

Aug 21, 2025
128: Qulqullina malee Qur'aana tuquun akkami? Namni Kiristaa...

Gaafii: Rabbiin waa’ee qur’aanaa yoo dubbatu “Warra xahaaraa qabu malee nami kuun tuquun hin gayu” jedhe. Garuu akkuma a...

Aug 21, 2025
128: Eega zinaa walitti dalaganii booda nikaaha hidhachuun a...

Gaafii: Dhiiraafi dhalaan takka eega zinaa walitti dalaganii booda, Nikaaha godhatanii bultii jaaranii ilmaan heddu hora...

Aug 21, 2025
127: 551. Ijoollee xixiqqoo akka soomaniif dirqisiisuun ni t...

Ijoolee xixiqqoo umriin isaanii hin gahin guyyaa walakkaa, yoo danda’an akkasumas yoo fedhii qabaatan ammoo guyyaa garii...

Aug 21, 2025
127: 558. Nikaaha Bilbilaan hidhuun hayyamamaa?

Nikaaha bilbilaan hidhuun ni taha. Garuu ulaagaan nikaahaa guuttamuu qaba. Fakkeenyaaf waan akka Mahrii, Waliyyii intala...

Aug 21, 2025
127: 559. Hojiin Dallaalummaa haraama moo halaala?

Akka ulamaa’iin bayaansanitti, Yoo wal daguufi wal sobuun keessa jiraachuu baate dallaalummaan dalagaa qulqulluudha. Har...

Aug 21, 2025
127: 560. Jaarsi si hiike jennaan deemtee nama birootti heer...

Gaafii: dubartiin takka jaarsaan wal dhabnaan, inni si hiike jedheen. Isiinis yeroma san deemtee nama birootti heerumte....

Aug 21, 2025
128: 562. Intala dubraa dirqiin heerumsiisuun akkamitti laal...

Deebisaa: ulaagaa nikaahaa keessaa inni tokko fedhinnaa warra wal fuudhu lameeniiti. Jaalala intalaatiin alatti nikaaha...

Aug 21, 2025
132: Hammaama keessatti wuduu'a godhuun dandahamaa?

Gaafii: Hammaama Keessa taa’anii wuduu’a godhachuun danda’amaa? Kan bakki qaama itti dhiqatanii fi kan sagaraa yoo garga...

Aug 21, 2025
132: Sujuuda Keessatti Afaan Oromootiin du'aa'ii godhuun hay...

Hubachiisa: (Dhimma du'aa'ii sujuuda keessaa kanarratti ulamaa'ii jiddutti wal dhabbii duddatu jira. barruu tana keessat...

Aug 21, 2025
129: Afeerraa namni ribaa nyaatu qopheesserratti hirmaachuun...

Gaafii: Namni tokko dhala/ribaa nyaachuun beekama. Yoo namni kun Jigii/Guuza/Daboo nama yaame, affeerraa isaa kanarratti...

Aug 21, 2025
Showing 661 to 680 of 720 articles