Articles
128: 563. Nama Muslima hin tahinitti heerumuun hayyamamaa?
Yeroo ammaa kana heeruma jechuu kana hiikni isaa badee jira. Namni ulaagaa fuudhaa heerumaa eeggachuu waan dhiise fakkaa...
973: Dubartiin rifeensa tokkofachuun ni hayyamamaa?
Gaafii: Yoo namni tokko mataa tokkofate shari'aan islaamaa maal jetti? Keessatti yeroo heerumaa. Namni gariin haraama je...
128: 564. Mahrii malee nikaaha hidhuun akkami?
Gaafii: Wayta nikeenni hidhamu kana osoo mahrii hin dubbatin yoo nikaaha hidhan rakkoon inni qabu jiraa? Deebisaa...
129: Muslimaaf Irreecha dhaquun hayyamamaa?
Gaafii: Irreecha; Namoonni tokko tokko irreechi aadaadha jedhanii deeman. Irreechi aadaa osoo hin taane amantaa akka tah...
769: Hidhaa sodaatanii kijibuun akkami?
Gaafii: Gaaf tokko osoma hojjannuu, ijoollee hojjattoota dhalaa tokko ganda isaanii ziyaarra jennee dhaqnee hulaa itti t...
886: Khuxbaarratti aamiin jechuun akkami?
Gaafii: Khuxbaa jum’aarratti hogguu imaamni duaaii godhu jalaa aamiin jechuun maal qabdi? Deebisaa: Yaa gabricha...
130: Attahiyyaataa irratti Miila akkam godhanii irra taa'an?
Gaafii: Salaata raka'aa afurii keessatti, attaahiyyaata duraa keeysatti miila if jala kaayanii irra taa'an, attahiyyaata...
887: Azaana kam keessatti assalaatu khayrun minannawmi je'an...
Gaafii: Biyya azaanni fajrii lamaa keessatti azaana kam keessatti assalaatu khayrun minannawmi jedhan? Deebisaa:...
131: Intala ulfa garaa qabdu nikaah godhachuun dandahamaa?
Gaafii: intala takka jaaladhee abbaan kiyya naa dhaqee nikaah naaf godhe. Yeroo xiqqoo booda intala fuudhee manattiin ga...
135: Namni waan irratti salaatan namaaf bite maal argata?
Namaatu sijaada naaf bitee jennaan; ummanni ammoo ajriin salaata teetii cufti nama sidaajaa siif biteef deemti naan jedh...
856: Nama Sammuun Rakkoo Qabu irratti Ibaadaan dirqamaa?
Gaafii: Nama tokko ka guddina keessatti aqlii dhabe, soommanaafi salaatni isarratti ni jiraa? Deebisaa: Nama osoo...
132: Salaata Halkanii keessatti Basmalaa ol qaban moo gad qa...
Gaafii Masjiida Heddu keessatti wayta salaatan, Basmalaa Qur’aanaa ol qabatanii hin qara’an. Ulamaa’iin gariin Basmalaan...
135: Ramadaana Keessa Nama Abaaruun Soommana Ni Miidhaa?
Gaafii: Jaarsi kiyya qabamee biyyatti gale. Achi booda karaa namticha tokkootiin mallaqa naaf ergi naan jedhe. anis kara...
748: Asriifi Zuhrii Walitti hidhuun tahaa?
Gaafii: Namni tokkoo nama an bira dalagu kafiila. Namni sun nama hedduu nyaachisaa, guyyaa tokko nama 40 ta’u fidee nyaa...
850: Aamiinii faatihaa booda jedhan ol fuudhuuf gadi qabuun...
Gaaffii: Aaminii faatihaa boodaan jedhan san olfuudhuuf gad qabuu keessatti hukmiin maalii? ...
135: Footoon Albama Keessa Jiru Salaata Namarraa Balleessaa?
Gaafii: Mana keessaa Albama footoo yoo qabaadhe, footoon albama keessa jiru kun salaata ni balleessaa? Dee...
135: Gogaa Qeerransaa uffachuun akka shari'aa islaamaatti ak...
Gaafii: Horii tokko kan ofiin du’e (baktaa’e) kal’oo isaatti yoo fayyadaman akkami? Deebisaa: Walumaa galatti wan...
137: Obboleessa jaarsaa duratti hijaaba mulqachuun hayyamama...
Gaafii: Obboleewwan jaarsa kiyyaa maaliif hijaaba nu duratti uffatta; nu waliinis maaliif hin nyaane jechuun na dhiban....
100: Ijoollummaa kiyyatti soomana guutuu soomanaa hin turre....
Gaafii: Ani gaafa umrii tiyya amata kudha sadii ni sooma ture. sooma san guutee hin soomuu garitu narraa dabree. ...
136: Hayyama Jaarsaa Malee Qaadiin Nikaaha Buusuu Danda'aa?
Gaafii: Intala takka fuudhee yeroo gabaabaa eega waliin jiraannee booda woggaa tokko booda ni deebi’a jedhee waadaa gale...