973: Dubartiin rifeensa tokkofachuun ni hayyamamaa?
Audio
Content
Gaafii: Yoo namni tokko mataa tokkofate shari'aan islaamaa maal jetti? Keessatti yeroo heerumaa. Namni gariin haraama jedhaa. Deebisaa: Yoo ummata kuffaaratti hin fakkaannee uf bareechuun heerumaaf ta’ee abbaa manaa ufiitiif ta’ee wanni dhoowwe hin jiru. Garuu waan shari'aan dhoowween uf bareechuun hin ta’u. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned