135: Footoon Albama Keessa Jiru Salaata Namarraa Balleessaa?
Audio
Content
Gaafii: Mana keessaa Albama footoo yoo qabaadhe, footoon albama keessa jiru kun salaata ni balleessaa? Deebisaa: Hunda dura footoo Albama keessa kaayachuun ni taha moo hin tahu waan jedhu laaluun barbaachisaadha. Footoo haajaaf si barbaachisu kan akka Paaspoortii, Waragaa ragaa, hayyama hojii fi waan adda addaatiif waan si barbaachisu albama keessa kaayachuun rakkoo hin qabu. Kanaan ala footoo biroo albama keessa kaayachuu iraa fagaadhu. Garuu footoon albama keessa jiru salaata kee hin balleessu in shaa Allaah Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned