Articles

752: Maaliif Ka’baa Xawaafan?

Gaafii: Mee akkamitti kaabaa xawaafna, yoo kaabaa xawaafnuuf yoo dhungannullee yoo ummanni tokko gaafii nutti dhiheesse,...

Aug 21, 2025
783: Soomana namaaf soomanuu niin dandayaa?

Gaafii: Haati tiyya walitti dhaabdee yeroo sadii soommana keessa deessi, yoo isiirraa bikka bu’ee soommane danda’aa? &nb...

Aug 21, 2025
788: Aanaa kiyyarraa namni Zakaa haqa godhatu eenyu?

Gaafii: Yoo Rabbii waa natti kennee gargaaruu fedhe. foon kiyyarraa aanaa kiyyarraa, namni gargaarsa haqa godhatu eenyuu...

Aug 21, 2025
794: Manzuumaa dhaggeeffachuun akkami?

Gaafii: Manzuumaa / Faaruu Nabii dibbee waliin ta jirtu yoon dhaggeeffadhe akkami?   Deebisaa: Manzuumaa jechuun yo...

Aug 21, 2025
852: Namni jaartii isaa wajjiin ciisuu dhabuuf kakate maal g...

Gaafii: Namni tokko yoo jaartii isaatiin duydi kee akka duyda haadha tiyyaati je’e, kana jechuun ani yoo si wajjin ciise...

Aug 21, 2025
791: Namni fuudhu nama wakkalachuu ni dandayaa?

Gaafii: Namni tokko intala takka fuudhuu fedhee abbaa intalaa bira dhaqee akkuma intalti abbaa isii wakkalattetti, inni...

Aug 21, 2025
797: Intalti dahumsumsarratti duute Shahiideedhaa?

Gaafii: Intalti takka ta dahumsarratti duute shahiidee ni je’amti?   Deebisaa: Shuhadaa’ni heddu. Warri ajrii Shuha...

Aug 21, 2025
799: Haadha warraa hin salaanne wajji jiraachuun ni tahaa?

Gaafii: Jaarsaafi jaartiin keessaa yoo jaartiin ibaadaa qabaatte, jaarsi ibaadaa hin qabaanne tokkoon isaan lamaanii iba...

Aug 21, 2025
891: Daa’ima dhalattuu irraa rifeensa haaduun akkamitti ilaa...

  Daa’ima dhalatte irraa rifeensa haaduun waanuma Nabiin keenya (SAW) itti nu ajajani. Daa’imni dhalattee torbaanit...

Aug 21, 2025
800: Haadhaafi abbaa kiyyaa yoon addaan baase rakkoo ni qaba...

Gaafii: Abbaan kiyya warra lama qabaa warra lamaan kana wal hin qixxeessu. Haati tiyya ta duraatii ilmaan qabdii hedduu...

Aug 21, 2025
775: Zikrii ganamaa eega aduun baate godhuu niin dandayaa?

Gaafii: Zikriin ganama godhu hirribni naan kutee eega aduun olfuudhamtee yoon je’e akkami?   Deebisaa: Walumaa gala...

Aug 21, 2025
103: Qabeenya namaa akkam godhan

Gaafii: Nama tokkotu na zallamee jennaan anilleen isa zallamee garuu xiqqoo bira dabarsee. Fakkeenyaaf horii isaa fudhad...

Aug 21, 2025
780: Dubartiin iqaamachuu dandeeysii?

Gaafii: Hoggaan salaatuuf deemu iqaammachuu danda’aa? Akkuma san yoo salaanni na dabre eega aduun baatee salaatuu danda’...

Aug 21, 2025
801: Obboleessi kiyya ka haadhaan garagaraa nikaaha naa hidh...

Gaafii: Abbaan kiyya anaa xiqqoodhaa addunyaa irraa gale. Obboleessa kiyya ka karaa Abbaatitu na heerumsiise. obboleessi...

Aug 21, 2025
807: Salaata witrii guyyaa salaatuun dandayamaa?

Gaafii: Salaanni witrii yoo na dabre guyyaa salaatuu nin danda’aa?   Deebisaa: Ee ni dandeessa. Yoo ajriin narraa h...

Aug 21, 2025
808: Iqqubiin halaala moo haraama?

Gaafii: Namni kun aadaa godhatee mallaqa iquubiiin walii qoodaa, iquubiiin tun halaalii?   Deebisaa: Yaa gabrittii...

Aug 21, 2025
811: Ilmoon baatii jahaa yoo namarraa baate maal godhan?

Gaafii: Ilmoon baatii jahaa namarraa yoo baate hukmiin isii maali?   Deebisaa: Ta duraatii ilmi namaa uumaan itti e...

Aug 21, 2025
813: Namni shahaadaa nama qabsiisu sheekha tahuu qabaa?

Gaafii: Anaa xiqqoodhaa haati tiyya narraa duute. Haati tiyya Islaamaa garuu akkayoon tiyya kiristaana isitu na guddise....

Aug 21, 2025
816: Namni soomanaa qaama dhiqachuun maal qaba?

Gaafii: Namni tokko qaamni isaa oowwee takkaahuu dadhabbii qabaatee yoo qaama dhiqachuu fedhe, takkaahuu yoo huccuu jiis...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 21 to 40 of 720 articles