794: Manzuumaa dhaggeeffachuun akkami?
Audio
Content
Gaafii: Manzuumaa / Faaruu Nabii dibbee waliin ta jirtu yoon dhaggeeffadhe akkami? Deebisaa: Manzuumaa jechuun yoo anaashida Islaamaa taate humaa hin qabdu ta dibbeen waliin hin jirre. Ta dibbee qabdu ammoo irraa fagaadhu. Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned