816: Namni soomanaa qaama dhiqachuun maal qaba?

Audio
Content
Gaafii: Namni tokko qaamni isaa oowwee takkaahuu dadhabbii qabaatee yoo qaama dhiqachuu fedhe, takkaahuu yoo huccuu jiisee mataarra kaayyate maal qaba?     Deebisaa: Walumaagalattuu soommana keessa ilkee suwaakkachuun, qaama dhiqachuun akkasumas huccuu jiisanii mataa irra kaayyachuun waa takkallee hin qabu. Akkuma san hospitaala dhaqxee dhiiga kee lilmeen sirraa fuudhanii si laaluun wama takka hin qabu. Fayya dhabaadhaaf yoo dhiiga kennite ammoo ykn yoo koobbatte soomanni sirraa bade.     Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned