103: Qabeenya namaa akkam godhan
Audio
Content
Gaafii: Nama tokkotu na zallamee jennaan anilleen isa zallamee garuu xiqqoo bira dabarsee. Fakkeenyaaf horii isaa fudhadhee horiin isaa natti dabre. Inni na zallamee horii kiyya fudhatee, anillee horii irraa cabsadhee horiin isaa natti dabartee jennaan eegasii sheenawee. Duuba namni tokko yoo waan akkasii godhe kafaluufii nama san waan walitti dhufnu hin sehuu biyyallee hin jiruu akkamitti deebisaaf? Deebisaa: Horii namni tokko namarraa fuudhee bakka kaayu dhabe, aanaa isaatiif haa kennuu, yoo aanaa isaa hin beeyne yoo biyya inni Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned