891: Daa’ima dhalattuu irraa rifeensa haaduun akkamitti ilaalama?

Audio
Content
  Daa’ima dhalatte irraa rifeensa haaduun waanuma Nabiin keenya (SAW) itti nu ajajani. Daa’imni dhalattee torbaanitti, rifeensa mataa irraa haaduun, maqaa baasuunii fi haqiiqaa irraa baasuunis waanuma Nabiin keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam- itti nu ajajani.   Dr. Liwaa'ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned