788: Aanaa kiyyarraa namni Zakaa haqa godhatu eenyu?

Audio
Content
Gaafii: Yoo Rabbii waa natti kennee gargaaruu fedhe. foon kiyyarraa aanaa kiyyarraa, namni gargaarsa haqa godhatu eenyuu?   Deebisaa: Yaa gabricha /gabrittii Rabbii, namni dura gargaarsa gootuuf haadhaafi abbaa keeti. Abbaa kee durallee haadha teeti. Yoo wanti ati gargaarsa jettee fudhattu zakaa fa’a taate, haadhaa abbaa kee irratti zakaa hin baafatin. gargaarsatti ammoo isaan lachuu haqa godhatu. Achi boodaan obboleeyyan kee, haboo tee,  adeera kee, eessuma kee. Kana boodaan rakkataa cufaaf sadaqachuu dandeessa.     Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned