Articles

116: Firoota muudaaf shirkii keessa jiran akkam goona?

Gaaffii: Abbootiin keenya muudaaf shirkii adda addaa ka keessa jiraatan yoo taate maal godhuu qabnaa?     &nbs...

Aug 21, 2025
142: Mallaqa namni nama bira kaayate irraa zakaa akkamitti b...

Deebisaa: Namni tokko maallaqa isaa nama bira kaahatee, baankii kaahatee yookaan ammoo manuma isaatti kaaznaa yoo kaahat...

Aug 21, 2025
116: Mallaqa harkaa qabnu yeroo hundaa biyya erginaa akkamit...

Gaaffii: Mallaqa harkaa qabnu yeroo hundaa biyya erginaa akkamitti zakaa baafnaa?           Dee...

Aug 21, 2025
142: Dubartiin taaksii ajnabiin ofuun deemuu dandeettii?

Gaafii: Aniin kun dafqaan bulaa tokko. Mana kiyyarraa bakka fagoon dalaga. Haati manaa tiyyas taaksii fudhattee bakka da...

Aug 21, 2025
143: Dubartoonni jama'aan hajjii godhuu danda'anii?

Gaafii: Dubartootni wal gahanii hajjii fi Umraa godhuu dandahanii?     Deebisaa: Yaa Gabrittii Rabbii, Muslimt...

Aug 21, 2025
138: Kafiila Jalaa baduun akkamitti laallama?

  Deebisaa: Ta duraatii wanni isiniif dhaamu, yaa shamarran keenya Rabbii isin uume sodaadhaa. Haasawa kijibdoonni...

Aug 21, 2025
837: Dalagaan biyyaa baanee dalaynu haraam qabaa?

Gaafii: Nuti warri ala baanee waa carraaqnu kun khayrii dalaguu feena. Carraaqnee sadaqachuus ni feena. Garuu horiin kee...

Aug 21, 2025
117: Intalli dubraa abbaa ufii jala ni raftii?

Gaaffii: Intalli dubraa abbaa ufii jala ni raftii?           Deebisaa: Aadaan teenya ta dhugaa...

Aug 21, 2025
117: Bulgaafannaan akkamii?

Gaaffii: Bulgaafannaan akkamii?           Deebisaa: Bulgaafannaan kilaafatu keessa jiraa, umman...

Aug 21, 2025
117: Horii nama kaafiraa nyaadhe akkamitti deebisaafii?

Gaaffii: Yoo horii nama islaama hin ta’inii nyaadhee jiraadhe akkamitti deebisaafii? Hin sadaqaaf moo masaajidatti baasa...

Aug 21, 2025
118: kophee baafatanii olgaragalchanii dhiisuun akkam?

Gaaffii: Namni  tokko tokko hoggaa mana seenu takkaa hoggaa mana irraa bahu kophee isaa yoo olgaragalchee dhiise haram j...

Aug 21, 2025
118: abbaan manaa obboleettii tiyyaa na heerumsiisuu dandaya...

Gaaffii: Ani obboleetti qaba ta heerumte, yoo abbaan manaa ishiidhaa na heerumsiise dhoowwaan jirtii?     &nbs...

Aug 21, 2025
118: Haqa haadha tiyyaa abbaa kiyyarraa fudhachuu danda'aa?

Gaaffii: Haati teenya addunyaa irraa deemtee jennaan abbaa keenyaan haqa Haadha teenyaa nuuf kenni jennee karaa manguddo...

Aug 21, 2025
118: Intala tiyya siif kenne jechuun qofti nikaha ni jedhama...

Gaaffii: Yoo namni tokko lafaa ka’ee intala tiyya tana siif kenne, obboleetti tiyya tana siif heerumsiise yoo jedhe namn...

Aug 21, 2025
775: Zikrii ganamaa eega aduun baate godhuu niin dandayaa?

Gaafii: Zikriin ganama godhu hirribni naan kutee eega aduun olfuudhamtee yoon je’e akkami?   Deebisaa: Walumaa gala...

Aug 21, 2025
802: Ilma Adeeraa ka jaartii qabu wajjiin Hajjii godhuun ni...

Gaafii: Ilma adeera kiyya warra qabaa isaan wajjiin hajjii godhe. Hajjiin tiyya sun akkami?   Deebisaa: Yaa gabritt...

Aug 21, 2025
726: Qabrii Keessa Deemuufi Loon Keeysatti Tiysuun akkami?

Gaafii: Biyya takka takka keessatti horiin kun qabrii keessa oolaa akkasumas karaa keessa baafatanii irra deemanii; wann...

Aug 21, 2025
741: Imaamatti hidhatanii yoo salaatan Faatihaa Qara’uun dir...

Gaafii: Yoo nama tokko duubaan salaate yookaa imaamticha duubaan Faatihaa osoo hin qara’in, akkam salaanni kiyya ni taha...

Aug 21, 2025
119: Nama Ramadaanarraa guyyaa duraa qofa soomanee du'e qada...

Gaaffii: Abbaan kiyya seensa soommanaa irratti guyyaa tokko qofa soomee gara aakiraa deemee akkam irraa soommanna moo ak...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 241 to 260 of 720 articles