117: Bulgaafannaan akkamii?

Audio
Content
Gaaffii: Bulgaafannaan akkamii?           Deebisaa: Bulgaafannaan kilaafatu keessa jiraa, ummanni gariin bulgaafannaan najaasaadha jedhanii eega garaadhaa dhufeefuu, warri gariin ammo yoo bulgaafannaa garaa gadiitii dhufe taate irraa xahaarachutu gaariidha jedhan. Yoo ammo ka qoonqoo keessa ol deebi’e taate akka hancufaa taate humaa rakkoo hin qabduu jedhan Ulamaan.   Sheikh Alii Jimmaa  
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned