Articles

876: Badii niyyadhee yoon dhiise maalin qaba?

Gaafii: Hamtuu Rabbiin jibbu takka dalaga  jedhee yoo niyyadhe, fakkeenyaaf zinaa haa tahu, farshoo haa tahu, nama waa g...

Aug 21, 2025
879: Nama mirga keenya hin eegne akkam goona?

Gaafii: Nama tokko ka wajjiin gallu ka wajjiin nyaannee dhugnu jidduu teenyatti dhibdeen takka argamte. Tanaaf  jecha in...

Aug 21, 2025
882: Du'aa'ii godhanii harka dhungatanii dibachuun akkami?

Gaafii: Namni tokko tokko hogguu duaaii kadhatu harka lamaan isaa dhungatee harkuma san qaamatti dibata.   Deebisaa...

Aug 21, 2025
885: Daa'ima du'e awwaalaniiti moo osoo hin awwaalle irratti...

  Gaafii: Namna tokko yoo ilmoon irraa duute, ilmoo tana osoo hin awwaalle irratti salaatan moo achi booda? Deebisa...

Aug 21, 2025
896: Dubartoonni mataa qullaa wuduu'atuu fi surree uffachuun...

Gaafii: Dubartoonni arabaa kun yoo wudu’atan mataa qullaa wudu’atanii, wudu’ani isaanii ni ta’aa? Gariin uffata gaggabaa...

Aug 21, 2025
902: Namni tokko haadha warraa isaa gara duubaatiin qunnamuu...

Gaafii: Namni tokko haadha warraa isaa gara duubaatiin qunnamuun ni ta’aa?   Deebisaa: Gaafiin akkanaa shari'aa kee...

Aug 21, 2025
906: Khuxbaa Jum'aa Afaan Arabaa dhagayuu dhabuu kiyyaaf dil...

Gaafii: Khuxbaa Juma’aa yeroo hedduu afaan Arabaa hin dhagayuu khuxbaa juma’a dhagayuu dhabuu kiyyaaf maali diliin narra...

Aug 21, 2025
912: Salaata duhaatiif salaata Asrii sunnaan isaa akkami?

      Deebisaa: Salaatni duhaa raka’a lamarraa jalqabaa. Rasuulli Rabbii ? raka’aa lamaan jalqabee gaafa...

Aug 21, 2025
914: Jannata keessatti dhiirri hural'eeynii qabaa dubartiin...

      Deebisaa: Dubartii Rabbi sodaattee iimaan qabdu ta Rabbiif jecha uf qabdee jannata argatte huuralee...

Aug 21, 2025
916: Falfala falfalaan hiikuun ni hayyamamaa?

Gaafii: Yoo falfalli nama tokkotti godhamee namni sun maraate, nama kuffaara tokko bira dhaqanii yooka nama fedheeyyuu h...

Aug 21, 2025
932: Nama guyyaa Ramadaanaa warra isaatti ida'ame hukmiin ma...

Gaafii:  Namni tokko ramadaan keessa yoo jaartii ufiitti ida’ame kaffaaraan akkaataa inni itti nyaachisu nama tokko tokk...

Aug 21, 2025
796: Sunnaalee Rawaatibaa

Gaafii: Sunnaa Rawaatibaa kan salaata shanan wajji deemtu yeroo garii salaatanii yeroo garii dhiisuun rakkoo qabaa? Dee...

Aug 21, 2025
921: Namni tokko gammachuudhaaf yoo nama affeere mana isaati...

Gaafii: Daa’awaan yookaa waamichi obboleessi keenya tokko nu yaamu fakkeenyaaf ka inn mana ijaaratee nu yaamu yoo inni g...

Aug 21, 2025
930: Nama fayyaa fi maallaqa qabu namni biraa hajjii irraa g...

Gaafii:  Nama tokko ka fayyaa qabu ka addunyaa irra jiru hajjii irraa godhuun ni danda’amaa? Nama tokko ka waan hajjiin...

Aug 21, 2025
935: Qabrii irratti waa ijaaruu/katabuun ni tahaa?

Gaafii:  Namni kiyya tokko yoo du’ee qabrii bira dhaqee yoo waa gubbatti ijaaree takkaahuu maqaa irratti katabe balleess...

Aug 21, 2025
936: Haati ilmaan irraa Zakaa fixrii ni baastii?

Gaafii:  Aniin tun intala takka ta hiikamte, ijoollee qabaa abbaan isaanii quba hin qabu yoo zakaa fixrii irraa baase ra...

Aug 21, 2025
141: Maallaqa liqiitiin dalaganii bu’aa qoodachuun akkami?

Gaaffii: Maallaqa liqiitiin dalaganii bu’aa qoodachuun akkamitti ilaalama?     Deebisaa: Gaaffiin tun bifa lam...

Aug 21, 2025
941: : Jaartiin tiyya takka mana keessa ufumaa baatee yoo d...

      Deebisaa:   Jaartiin tee nikaha kee qabdi waan manaa baase, rakkina manaa baase anatu rakkina irra...

Aug 21, 2025
942: Heeydiin Nikaha hidhachuu ni dhoorkitii?

Gaafii:  Intalti dhalaa takka yeroo nikaha godhan yoo heeydii qabaatte heeydiin nikaha hidhamuu ni dhoorkaa?   &nbs...

Aug 21, 2025
945: Haati tiyyaa Islaamummaa seenuu kiyyaaf hedduu natti mu...

Gaafii:  Ani Islaamummaa amantii dhugaa ta’uu beekeetiin filadhe, garuu haadha qaba ta hedduu na jaalattu takka islaamaw...

Aug 21, 2025
Showing 421 to 440 of 720 articles