906: Khuxbaa Jum'aa Afaan Arabaa dhagayuu dhabuu kiyyaaf diliin narratti ni argamtii?
Audio
Content
Gaafii: Khuxbaa Juma’aa yeroo hedduu afaan Arabaa hin dhagayuu khuxbaa juma’a dhagayuu dhabuu kiyyaaf maali diliin narra jiru? Deebisaa: Afaan Arabaa hanga dandeesseen baradhuu khuxbaan gorsa keetii, gorsa kankee akka dandeesseen fahami. Waan fahamuu dhabdeef ammoo Rabbiin si hin gaafatu inshaallah. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned