941: : Jaartiin tiyya takka mana keessa ufumaa baatee yoo dhabamte intala tanaaf ana badiin maaltu narra jira?

Audio
Content
      Deebisaa:   Jaartiin tee nikaha kee qabdi waan manaa baase, rakkina manaa baase anatu rakkina irra fide moo badiif baatee jala deemtee gaafachuun dirqama keeti. Yoo wanni ati isii goote aariif manarraa isii baaftes fayyifatteee manatti deebisuun keeti. Takkaahuu warra keessaniin walbiratti dhiiftee warra keessaniin yoo waldhibanii baates rakkoo isii tana beeytee bakka isiif godhuun dirqama keeti. Yoo isiin ka bultii tee hin feene taatee ka manarraa baatu taate osoo beeytu yoo itti dhiifte badiin alatti dalagdu badii irratti situ gargaareefii badii irratti usuun kee badii ufirratti murtii godhuudha diliin sillee si hin hanqattu intala sani takkaa manatti deebisuu takkaa hiiktee qulqulleessuu waa lamaan irraa filadhu.     Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned