Articles

934: Madaan yoo nama dhiige soomana namarraa balleessaa?

Gaafii:  Namni tokko qaama isaa irraa yoo madaa qabaatee  madaa isaa tana yoo waa dhayanii'  dhiigni irraa bahe soomanni...

Aug 21, 2025
933: Nama warra isaa osoo itti hin dabalamin waliin taphachu...

Gaafii:  Namni tokko warra isaa kana yoo wajjiin taphatee itti qanani’e qaama isiitti ka qaamni lamaan wali hin tuqin bi...

Aug 21, 2025
112: Nama rakkoo baasa jedhanii rakkotti oofuun akkam?

Gaaffii : intala takka gargaaree mana isiin dalagdu keessaa baase miidhame rakkadhe isiin jennaani horii kuma shan baase...

Aug 21, 2025
938: Salaata Witrii booda qunuuta/du'aa'ii kadhachuun dirqam...

Gaafii:  Salaata witrii erga salaatee booda du’aa’ii kadhachun waajibaa? Zikriin halkanii guyyaa keessatti qara’an tuni...

Aug 21, 2025
107: Dhiirri intala takka kophaa dubbisuun akkam?

Gaffii: namni tokko ka dhiiraa takkaahuu dardarri worra qabaatuu qabaachuu baatuu intala takka ta fuudhuun isaa halaalii...

Aug 21, 2025
939: Namni hattuu irraa meeshaa bite maaltu irra jira?

Gaaffii: Nama hattuu irraa meeshaa bitee.         Deebisaa: Maaliif hatturraa meeshaa bitte, hin bit...

Aug 21, 2025
940: Manaamaan yoo maniyyiin namarraa bahe soomanni ni badaa...

Gaafii:  Namni tokko yoo manaama dhiirti dhalatti eda’amtee dhalaan dhiiratti ida’amte soommanni badee?     De...

Aug 21, 2025
113: Dubartiin rifeensa isaanii ol fuudhanii hidhuun ni ta'a...

Gaaffii : Dubartiin gariin wayta niqaaba uffachuuf deeman rifeensa isaanii kana olfuudhanii hidhanii; rifeensa isaanii o...

Aug 21, 2025
943: Ilmi dhiiraa haadhaa fi abbaan isaa osoo hin beekin Nik...

Gaafii:  Namni tokko lafaa ka’ee yoo intala takka fuudhe haadhaaf abbaan isaa quba hin qabanii nikahaan isaa sun akkam?...

Aug 21, 2025
118: Sagaleen dhalaa haraami moo halaal?

Gaaffii: Sagaleen dhalaa haraami moo halaal?         Deebisaa: Yoo weellistuu taate haraami, yoo  wa...

Aug 21, 2025
947: Bishaan dhaliinsa dura dubartii irraa bahuu Salaataa fi...

Gaafii:  Osoo isiin hin dhalleen duratti bishaan dhalaa irraa bahu salaata ni dhoorkaa takkaa soommana ni dhoorkaa, sala...

Aug 21, 2025
785: Shaayii oowwituu afuufataa dhuguun dhoorgaa qabaa?

Gaafii: Nama shaayii oo’ituu dhaabbatanii hin dhugan; takkaahuu hafuura itti hin baafatan; takkaahuu hin afuufan je’ee h...

Aug 21, 2025
953: Dubartiin heeydii irraa eega xahaarattee booda bishaan...

Gaafii:  Intala dhalaa takka yeroo heeydiin itti dhuftee xahaaratte duuba xahaaraa boodaan bishaan yookaa dhiiga booruu...

Aug 21, 2025
956: Maatiin intala dubraa wallaalaan biyya irraa baasan dil...

Gaafii:  Biyyarraa bahuun jaarsi koo na baasuu, abbaan koo na baasuu ufii uf baasuu dogongora ta’uu uf beeke ammoo toowb...

Aug 21, 2025
115: Intala fuudhuu barbaadu harka qabadhee hasofsiisuu ni d...

Gaaffii: Ani fuudhaafin gara biyyaa deema ammoo dubartii harkaan qabachuun akka nama zinaa dalageeti. Kanaafuu an ammoo...

Aug 21, 2025
116: Diliin kaffaaraa qabdu waan akkami?

Gaaffii: Maasiyaan kaffaaraa qabdu waan akkamii?         Deebisaa: Kaffaaraan qooda adda addaa qabdi...

Aug 21, 2025
118: Guyyaa Jum'aa Kabajaa Isaatiif Soommanuun Akkamitti Laa...

Gaafii: Yoo guyyaa juma’aadhaa kabajaa isaatiif soommane dhoorkaan jirtii?     Deebisaa: Ee ka dhoorke Nabii k...

Aug 21, 2025
958: Namni maatiin ijoollummaan hin qaraasisin dilii isaatii...

Gaafii:  Abbaa kiyya anaa ijoollee ka ufi hin beeyne addunyaa tanarraa du’ee garuu humaa na hin barsiifne, ani ammoo hum...

Aug 21, 2025
961: Dubartiin eega hiikamtee booda herumuuf hangam turutu i...

Gaafii: Intalti yoo uf hiikte; abbaan manaa hiikuu didee jeennaan ka uf hiiktu yoo taate, yoom heerumuun isiidhaa isiidh...

Aug 21, 2025
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...

Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....

Aug 21, 2025
Showing 101 to 120 of 720 articles