947: Bishaan dhaliinsa dura dubartii irraa bahuu Salaataa fi Soomana ni dhoorkaa?

Audio
Content
Gaafii:  Osoo isiin hin dhalleen duratti bishaan dhalaa irraa bahu salaata ni dhoorkaa takkaa soommana ni dhoorkaa, salaata balleessaa?       Deebisaa:   Intala dhalaa hoggaa dhaliinsaa dhihaattee bishaan isii irraa bahu xahaaraa, garuu wudu’a ni balleessa saniif jecha salaata hin dhiiftuu soommanallee hin dhiiftu.     Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned