934: Madaan yoo nama dhiige soomana namarraa balleessaa?
Audio
Content
Gaafii: Namni tokko qaama isaa irraa yoo madaa qabaatee madaa isaa tana yoo waa dhayanii' dhiigni irraa bahe soomanni isaa ni badaa? Deebisaa: Malaas haa ta’uu, dhiigas haa ta’uu fakkeenyaaf madaarraa ilkeellee osoo ufirraa fuutee kun cuftinuu soommana hin balleessu, soommanni kiyya bade jettee hin nyaatin. Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned