118: Sagaleen dhalaa haraami moo halaal?

Audio
Content
Gaaffii: Sagaleen dhalaa haraami moo halaal?         Deebisaa: Yoo weellistuu taate haraami, yoo  waa barsiiftuu taate halaal, yoo waa gaafachuu taates halaali, yoo nama gorsuu taates halaali. Beerri nabii keenyaa ? eega nabiin keenya du’an sahabotatti waa himaa turan. Yeroo nabiin jiranillee dhalaan waa gaafataa turan.   Dr. Liwaa’ul Islam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned