940: Manaamaan yoo maniyyiin namarraa bahe soomanni ni badaa?
Audio
Content
Gaafii: Namni tokko yoo manaama dhiirti dhalatti eda’amtee dhalaan dhiiratti ida’amte soommanni badee? Deebisaa: Manamaan dhalaaf dhiirti walitti ida’amuun maniyyiin namarraa bahuun waa takkallee soommanatti hidhaa hin qabdu. Kun waan ati ufirraa fiddee miti waan Rabbiin siin qananiise jechu. Tanaaf jecha saniif jettee soommana kee hin furin huma takkallee rakkoon sirratti hin jirtu. Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned