958: Namni maatiin ijoollummaan hin qaraasisin dilii isaatiif akkamitti toowbata/eenyutu itti gaafatama?

Audio
Content
Gaafii:  Abbaa kiyya anaa ijoollee ka ufi hin beeyne addunyaa tanarraa du’ee garuu humaa na hin barsiifne, ani ammoo humaa hin beekuu waan hin qara’iniif akkamitti toowbadha?       Deebisaa:   Abbaan kankee si’ii ijoollee sirraa du’ee osoo jiraateeyyuu maal si qaraasisa mee? Waa si barsiisuun amatuma torba booda. Keessahuu amatuma 10 booda. Wanni ijoolummatti nama barsiisan takkalleen hin jirtu, wanni uf sigaaltullee hin jirtu, eega ballagdee boodatti waa barachuun simarratti waajiba. Eega ballagdee boodatti yoo badiin sirra jiraatte abbaa kiyyatu na nin barsiisin jechuun dogongoraa badii dalagdeef sumatu toowbata.   Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned