Articles
136: Intalti Heydii irra jirtu Ka’abaa Yoo Xawaafte Maaltu i...
Yaa Gabrittii Rabbii! Islaamummaan torbaan Heydii kana keessa waajiba akka salaatallee sirraa buufte. Salaataaf qadaanis...
823: Gaafa barnoota irra jiru soommana hin soommanuu, maaltu...
Yaa gabrittii Rabbii soommanni ati hin soommanin yoo osoo ati hin ballagin, osoo hin saalfatin, osoo haydiin sitti hin d...
937: Amaanaa namaa amaanaa tahuu osoo hin himiniif yoo abbaa...
Gaafii: Namni amaanaa na bira kaayatee eega biyyaa deemee waan san yaadadhee obboleetti tiyya guddoodhaan waan san narr...
137: Jaartii ofii keessummaa duratti waliin nyaachuun akkami...
Yaa Gabrittii Rabbii! Muslima tahuu keessaniin, seerri atii fi inni ittiin bultan seera Rabbii tahuu qaba. Kanaaf...
136: Nama Zinaa Dalagutti Mana Kireessuun Ni Tahaa?
Rabbiin "walaa ta’aawanuu alal ismi wal udwaan…"nuun jedhe. Badii irratti wal hin gargaarinaa, irrattis wal hin sattarin...
136: Eega Nikaha hidhannee booda hamtuu irraa arge
Gaafii: Intalti takka eega nikaaha hidhattee booda, osoo walitti hin makamin gurbaa irratti hamtuu agartee yoo dhiifte b...
136: Jaartii obboleessaa dhaaluun akkamitti laallama?
Gaafii: Obboleessi kiyya tokko yoo du’e jaartii isaa dhaaluu ni dandahaa? Deebisaa: Shari’aa Islaamaa kees...
137: Hukmiin nama osoo ibaadaa qabu zinaa dalaguu maali?
Yaa gabroottan Rabbii! Wanni dalagaa namaa balleessu shirkii, Kufrii fi Murtaddummaadha. Haata’uu ammoo namtichi...
137: Nama waa namaa kennee namatti gaabbu akkam godhan?
Gaafii: Namni tokko dura amaanaa tokko na bira kaayyatee, amaanaa san naa kenne; booda as garagalee amaanaa san naa kenn...
137: Yoo rukuu’a irratti salaata dhaqqaban raka’aa san akka...
Gaafii: Namni tokko Faatihaa osoo hin dhaqqabatin imaama rukuu’aaf jilba qabatee jirutti dhufee yoo hidhate salaatni isa...
835: Ilmaan Abbeerotaa wal fuudhuun haraami moo halaali?
Ilmaan Abbeerotaa, ilmaan Adaadaa ykn Haboo waliif ajnabiidha. Wal fuudhuu mirga qaban. Yoo wal hin fuune ammoo w...
136: Niqaaba Uffachuun Dirqamaa?
Gaafiin kun wantoota ulamaa'iin keessatti wal dhaban irraa isa tokko. ulamaa'iin gariin dirqama jedhan. gariin ammoo dir...
136: Ulaagaan Hijaabaa Maali?
Dhimma hijaabaatiin wal qabatee wanti yeroo heddu mormii kaasu dhimma Niqaabaati. Niqaaba uffachuun dirqama moo dirqamaa...
944: Dhalaan hoggaa Salaattu bifa akkamiin salaatti?
Gaafii: Dhalaan hoggaa Salaattu bifa akkamiin salaatti? Deebisaa: Salaanni dhiiraaf dhalattis akkuma to...
138: Masjiida dhiqanii mallaqa fudhachuun rakkoo qabaa?
Gaafii: Ani Rabbiif jecha if qabee Masjiida qulqulleessaa jira. An homa tokko hin barbaadu. Ammoo Manguddoon Masjiidaa w...
138: Hoteela foon booyyee itti gurguramu keessa hojjachuun a...
Gaafii: Hoteela booyyee fi karkarroon keessatti gurguramu keessa hojjadha. An waan san hin nyaadhu garuu achi keessa dal...
138: Qur'aana osoo hin qara'in salaanni ni tahaa?
Gaaffii: Namni tokko osoo Qur'aana hin qara'in yoo salaata salaate, salaanni isaa sun akkami? Deebisaa: De...
750: Salaamata walirratti Qara’uun Bid’aadhaa?
Gaafii: Salaamataa waliin jechan kun bidaayaadha moo? Deebisaa: Bidaayaadha yoo jettuu afaan Arabaatiin gaafattee...
724: Foon Ummanni Ahlal Kitaab qalan nuuf halaali moo haraam...
Yaa gabricha Rabbi, hogguma takkallee wanti nuti itti amannu akka muslimaatti wahuma Rabbiin nuuf himee nuuf ibsee, erga...
805: Huccuu yeroo haydii uffachaa turaniin salaatuun tahaa?
Gaafii: Intalti dhalaa takka yeroo haydiin itti jirtu huccuu uffachaa turte hoggaaniifi xahaaratte hucccuu saniin salaat...