136: Intalti Heydii irra jirtu Ka’abaa Yoo Xawaafte Maaltu irrajira?
Audio
Content
Yaa Gabrittii Rabbii! Islaamummaan torbaan Heydii kana keessa waajiba akka salaatallee sirraa buufte. Salaataaf qadaanis sirra hin jiru. Soomanas yeroo heydii hin soomantu, garuu sooma waajibaa yeroo biroo qadaa ni baasta. Akkasuma Xawaafnillee heydiidhaan hin tahu. Osoo heeydiin sirra jiraachuu beektu achi dhaquun sirrii miti. Kanaaf Towbaa godhuu qabda. Xawaafas yeroo biroo irra deebitee Xawaaftee bakkaan gahachuu qabda. Dr.Liwa’ul Islam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned