805: Huccuu yeroo haydii uffachaa turaniin salaatuun tahaa?

Audio
Content
Gaafii: Intalti dhalaa takka yeroo haydiin itti jirtu huccuu uffachaa turte hoggaaniifi xahaaratte hucccuu saniin salaatuu ni dandeessii?   Deebisaa: Yeroo haydiin isinitti jirtu huccuu qaamarraa qabdan waan dhiigni hin xuqiniin, waani fincaan hin tuqiniin, waan udaan hin tuqiniin ittiin salaatuun halaali. waa takkallee hin qabu. Huccuu san dhiignilleen yoo tuqee irraa dhiqxa. Yoo mallattoon laalchatti irratti hafellee rakkoo hin qabu.     Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned