823: Gaafa barnoota irra jiru soommana hin soommanuu, maaltu narra jira?
Audio
Content
Yaa gabrittii Rabbii soommanni ati hin soommanin yoo osoo ati hin ballagin, osoo hin saalfatin, osoo haydiin sitti hin dhufin, osoo maniyyii ufirratti hin arkin, osoo saphii hin baasiniin duratti ta’e humaa takka sirra hin jiru. Eega ballagdee boodatti immoo guyyaa hamma sirra jiru, baatii hamma sirra jirtu lakkaawii fakkeenyaaf yoo baatii sadii ta’es baatima sadi, lama ta’us lama walumaaagalattuu qadaa san hamma dandeetutti baasuun sirratti dirqama. Dr. Liwaa’ul Islaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned