835: Ilmaan Abbeerotaa wal fuudhuun haraami moo halaali?

Audio
Content
  Ilmaan Abbeerotaa, ilmaan Adaadaa ykn Haboo waliif ajnabiidha. Wal fuudhuu mirga qaban. Yoo wal hin fuune ammoo walirraa hajjabachuun dirqama. Irra hedduun namaa waan kanarratti hedduu dogongoran. Aadaafi amantiin waan adda addaati. Akka shari’aa Islaamaatti ilmaan Abbeerotaa waliif ajnabiidha. Wal fuudhuu ni dandahan.   Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned