944: Dhalaan hoggaa Salaattu bifa akkamiin salaatti?
Audio
Content
Gaafii: Dhalaan hoggaa Salaattu bifa akkamiin salaatti? Deebisaa: Salaanni dhiiraaf dhalattis akkuma tokko yoo ammoo ka wal salaachisan ta’an salaanni dhalaadhaa imaamni isaanii walakkaa dhaabbata. Xiqqisho taakkuu takka keessaa oljetti malee walakkaa dhaabbatti. Yoo dhaabata irraa ka gaafattu taate akkuma dhiirti dhaabbatutti dhaabbatti, miilallee akki walitti dhiheessitu akkuma dhiiraati. Dhiirtillee taakkuu takkaa achi miila adda banuun hin barbaachisu, dubartiin sanumarraahuu walitti dhiheessuu dandeessi. Hidhatiinsaaf ruku’aa, sujuudaaf waa cufatuu akkuma dhiiraati. Garuu wanni guddoon irra jiru huccuun dhiiraaf dhalaadhaa waldhabdi isiin hamma miila isiitti hagooggidha qabaachuudha qabdi Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned