Articles
117: Dhiigni da’umsaa najisa moo xahaara? yoom dhiqatamuu q...
Gaaffii: Dhiigni aadaa takkii dhiigni da’umsaa najaasa moo xahaaraa? Dubartiin takka yoom dhiqattii?  ...
117: Maatii kiyya akkam godha ani amma islaama ta'ee islaama...
Gaaffii: Duri anaa islaama hin ta’in abbaan kiyya nama islaama hin ta’inii na kennee nullee maatii islaama hin ta’inii g...
117: An Islaamummaa qabannaan maatiin kiyya na miidhuu eegal...
Gaaffii: Maatiin kiyya waan an islaameef jecha na miidhutti jiranii anillee yeroo garii haqqii isaanii balleessutti jira...
118: Namni haqa ofii irratti du'e shahiidee jedhamaa?
Gaaffii: Namni tokko yoo haqa ufiitiif dachii isaatiif mirga isaatiif miidhaa ufirraa deebisuuf hoggaa du’e shahiidee je...
857: Horii fayyaa dhabe gubuun akkami?
Gaafii: Bakka dalagaa horii fayyaa dhabe ibiddaan guban naan je’anii maal naaf wayya? Deebisaa: Yaa gabricha Rabb...
118: Intalti akka dhiiraatti heerumaaf dhiira filachuu dande...
Gaaffii: Dhiirri tun karama barbaachisu cufaanuu intala takka fuudhuudhaaf oliin gadiin barbaada bifa adda addaatiin int...
740: Zakaatal Fixrii Nama mallaqa qaburraa baasuun danda’ama...
Gaafii: Obboleessa kiyya ka maatii hedduu qabu tokkotu jira. Inni Humna mallaqaatis ni qaba. Mallaqa kee maatii keetiin...
119: Garagaarsaf maallaqa an erge bakkaan naaf hin geenye ma...
Gaaffii: Gaaf tokko sadaqaa niyyadheetiin gargaarsa masjiida tokkoof ammalle maatii yatiimaatiif gargaarsa niyyadhee nam...
119: Maatiin Intalaa gabbara malee sii hin kenninu yoo jedha...
Gaaffii: Obboleessi aakira tokko na fuudhuuf gaafatee jennaan maatiin kiyya dide haga gabbara barbaachisaa ta’e nuu kafa...
117: Aannan Harma dubartii xahaaraa balleessaa?
Deebisaa: Harmi qulqulluudha. Harmi najaasummaa hin qabuu xaahaaraa qulqullicha. Rabbitu halaala godhee hu...
120: Horii du’e gubuun ni hayyamamaa?
Gaaffii: Ani ummata Arabaa tokko bira dalagaa re’ee tiksinaa, yoo re’een duute gubaa nuun jedhanii. Waan du’e ibiddaan g...
120: Namni Muslima hin ta’in tokko yoo mallaqa hajjiin godha...
Gaaffii: Namni islaama hin ta’in tokko yoo horii hajjii namaa baase akkamii? Deebisaa: Namni...
120: Intala takka yoo namni dirqiidhaan haraama itti dalage...
Gaaffii: Intala takka yoo namni dirqiidhaan haraama itti dalage akkami? Deebisaa: Yoo...
121: Horiin ilmaan yatiimaatii badhaasa kenname hukmiin isaa...
Gaaffii: Namni tokko du’ee ilmaan yatiimaatii badhaasni kenname nama biraa irraa, ilmaan yatiimaa sun cuftinuu osoo hin...
121: Wallee siyaasaadhaa dhageeyfatuun hayyamamaa?
Gaaffii: Namni tokko yoo wallee siyaasaa ta muuziqaa qabdu dhageeyfate maaltu irra jira? Deebisaa: Ta dura...
121: Mana meeytaa waa geeysuu fi achii nyaachuun hukmii shar...
Gaaffii: irra hedduun namaa hoggaa mana meeytaa kana dhaqan nyaata hin nyaatan, gariin maallaqa geeysa , gariin horii...
121: Xawaafni yoom godhama?
Gaaffii: umraa hajjii godheetiin fixadhee hoggaa arafaa oldeebinu muzdalifa bulee mina bulee hoggaan haaddadhe boodaan x...
122: Salaata keessa miila wolirra kaayanii irra taa’uun akka...
Gaaffii: Nama tokkotu nuun salaata ijoollee dardaraati , yeroo salaatu miila isaa lamaan kana duubatti akka masqalaa wol...
122: Dhiirti Rifeensa dheeressuun hayyamamaa?
Deebisaa: mataa dheereffachuun homa takkallee hin qabu hukmii shari'aatti. odooniifi yahuudaa fi nasaaraa...
979: Anaa sabiyyii nama an hin beeyneef nikaha na godhe
Gaafii: Anaa sabiyyii nama ani hin beeynee abbaan kiyya nikaha na godhan. Eegasii eega guddadhee nama sani ani hin feene...