121: Wallee siyaasaadhaa dhageeyfatuun hayyamamaa?
Audio
Content
Gaaffii: Namni tokko yoo wallee siyaasaa ta muuziqaa qabdu dhageeyfate maaltu irra jira? Deebisaa: Ta duraatii walleen bu'uura takkaahuu gundoo zinaati. waa hundatti ta nama kaaftu walleedha. Walleen tun wal dabarti. Wallee uumaa dhalaatiifi qaama isiitii fi waan adda addaa himtu; akkumasan dhiiraas ka akkanaa ka akkanaa ta jettu intalti dhalaa hoggaa walliftu; ta akkanaa tun cufti haraama. Walleen siyaasaa akka miirriysaa, akka dadiisaa yoo muuziqaan wojjiin jiraachuu baatte dhageeffachuun waa takkallee hin qabu. yoo muuziqaa qabaatte dhaggeeyfachuun dhoorkaadha. Dr. Liwaa’ul Isalam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned