117: An Islaamummaa qabannaan maatiin kiyya na miidhuu eegale
Audio
Content
Gaaffii: Maatiin kiyya waan an islaameef jecha na miidhutti jiranii anillee yeroo garii haqqii isaanii balleessutti jiraa akkam godhaa? Deebisaa: Haqqii isaanii haga dandeetteen hin balleessin, waan isaan itti si yaamaniif waan isaan irratti dhiibbaa sitti godhan ee hin jedhi waan gara islaamummaatiif waan gara amantii irraa bahuu waan gara heeruma keetii sumatu nama islaamaa shariyaa islaamaa gaafatee jala deemmata malee, isaan ammo gargaarsaaf waan isaan hajamaniin bira dhaabbadhu islaama ta’uullee haa baatanii. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned