117: Aannan Harma dubartii xahaaraa balleessaa?
Audio
Content
Deebisaa: Harmi qulqulluudha. Harmi najaasummaa hin qabuu xaahaaraa qulqullicha. Rabbitu halaala godhee humaa hin qabu. Yoo huccutti bu’eellee waa takka hin qabu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned