117: Maatii kiyya akkam godha ani amma islaama ta'ee islaamatti heerumuu fedhaa?
Audio
Content
Gaaffii: Duri anaa islaama hin ta’in abbaan kiyya nama islaama hin ta’inii na kennee nullee maatii islaama hin ta’inii gaafas. Amma eega islaamee nama islaamaa fuudhuuf deemaa, amrii abbaa kiyyaatiif haadha tiyyaallee didutti jiraa akkam gartanii? Deebisaa: Karaa Rabbi hin jaalanne irratti amrii haadhaa abbaa keetii hin dhagahin. Amrii haadhaaf abbaa irra wanni jajjabduun amrii Rabbii guddaati. Kanaafuu nama islaama nama si kabajatu, ka ulfinna siiif kennu ka haqqii kee beeku, laalii itti heerumi. Yoo ati toowubattee gama Rabbii deebitee jiraatte, qulqullichuma towubatee gama Rabbii deebi’ee ulfinna siif kennu Rabbiin siif laaffisa inshaallah. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned