Articles
792: Abbaa maqaan yaamuun ni dandayamaa?
Gaafii: Ani yeroo cufaa abbaa kiyya yoon yaamu maqaa isaatiin yaama, duuba abbaa maqaan yaamuun haraamii naan je’an. &nb...
100: Sujuudussahwii booda tashahhudni jiraa?
Gaafii: Salaata keessatti dogongoree sujuudussawhii dhufeenii sujuudussawhii sani boodas deebi’ee attaahiyyaata taa’e. &...
100: Dubartii eega fuudhaniin booda yoo faskii godhan, deebi...
Gaafii: Intala takka biyya sa’uudii keessatti fuudhe. Abbama isiittu nikaha naaf godhe. San booda intalti biyya galtee x...
100: Wayta Salaataa harka gama bitaatiin onneerra kaayachuun...
Gaafii: Obboleessa kiyya biyya hararitti abbaan kiyya diinii haa baratuuf erge. Biyya Hararitti gurbaan amanti ahabashii...
100: Salaata Fajrii booda sunnaan jiraa?
Gaafii: Salaata fajrii booda sunnaa salaatuun ni danda’aamaahii? Deebisaa: Namni tokko salaata jama’aa mas...
122: Zinaa booda nikahni hidhamu akkami? ilmoon yoo argamte...
Gaaffii: intala takka butee hamtuu itti dalagee garaa godhattee( ulfoofte) achi booda nikaha naa hidhan . Nikahan sun ma...
100: Dhiirri Masjiida dhiisee, salaata manatti salaatuu dand...
Gaafii: Saahiba qabaa saahibni kiyya sun manatti salaataa salaata jama’aa hin dhaquu sababaan inni hin dhaqneefillee ani...
101: Horii haati warraa dalagdee fiddu nyaachuun taatii?
Gaafii: Niitii karaa halaalatiin warra isaanii iraa fuudhee anillee biyya araba keessatti dalagaa isiinillee ni dalagdii...
100: Dhalaa kaafiraa fuudhuun ni danda’amaa?
Gaafii: Dhalaa kafiraa fuudhuun ni danda’aamaahii? Ahlal kitaab yoo isiin taate fuudhuun ni danda’ama. Ahl...
101: Salaata keessa yoo madaan dhiige salaanni sun akkam ta’...
Gaafii: Namni tokko yoo salaata keessatti finniisa tuqee mala’ee dhiigni irraa bahe ka dhiiga ufirraa fidu taate salaann...
101: Dhiira ajnabiif nyaata dhiheessuun danda’amaa?
Gaafii: Ramadaana keessa dhiira ajnabiidhaaf nyaata qopheesseefii mana tokko keessa gallaa isaan waa tokkoo naaf hin ta’...
101: Mallaqni gaafa ijoollummaa lafaa arganii dhoysanii nyaa...
Gaafii: Mallaqa wayii lafaa argadhee birri 35 ka gahu gaafa san umriin kiyya kudhanii warra keenyarraa dhossee ijoollee...
101: Nama of ajjeese irratti salaatuun taatii?
Gaafii: Nama uf ajjeese tokko salaata irratti salaatuun ni danda’amaa akkasuma araarama isaa kadhachuun ni jiraahii? &nb...
102: Yeroo beelawan soorata kaafiraa nyaatuun taatii?
Gaafii: Obboleettiin tiyya karaa Yamanii irraan gara biyya saudii kana osoo dhufuuf deemtu beeloftee nama waliin jiran w...
102: Namni rahiimummaa mure akkami
Gaafii: namni tokko yoo obboleetti isaatiin waldhabee rahiimummaa sana muree yeroo fagoo walirraa ture akkam ta’uu qabaa...
102: Hajjiif umriin daangaa godhame jiraa?
Gaafii: Hajjiin amata afurtamaatii gaditti hin ta’uu nuun jedhanii akkam goonaa? Deebisaa: Hajjiin...
102: Saffiin akkam ta’uu qaba
Gaafii: Saffaan namaa yoo qajeeluu baate yoo ka walitti hin baxxanne akkamii? Deebisaa: Baaba saffi...
103: Muuziqaa dhaggeeffataa, booda salaatuun taatii
Gaafii: Namni tokko yoo ka muuziqaa dhageeffachuu hin dhiifne fiilmii laaluu hin dhiisne nama hamachuu hin dhiifne salaa...
103: Dubartoota irratti Jum’aan jiraa
Gaafii: Dubartoota irra jum’aan jiraahii? Deebisaa: Jum’aan dubartii irra hin jiru. Nama shan juma’...
759: Abbaan warraa kiyya si wajjiin jiraachuu hin fedhu naan...
Gaafii: Abbaa warraa kiyyaan wal jaalannee wal fuune, Abbaan warraa kiyya kun nama iccitii isaa qabachuu hin dandeenne....