100: Salaata Fajrii booda sunnaan jiraa?
Audio
Content
Gaafii: Salaata fajrii booda sunnaa salaatuun ni danda’aamaahii? Deebisaa: Namni tokko salaata jama’aa masjiida dhufee salaatee eega salaata jama’aa irra baheen booda sunnaa salaatuun ni danda’ama Rakkoo hin qabu. Daliillillee hadiisa Rasuulaattu jira ? dalagaan Rasuulaallee ni jiraa jechu. Sunnaan salaata fajrii boodaa hinjirtu garuu wanni jiraa sunnaa fajrii duraa san yoo inni salaata jama’aatiif salaatuu dadhabe, salaata jama’aa salaatee yoo sunnaa silaa duratti salaatan san boodatti salaate ni danda’ama. Sheikh Abdurahman Shariif
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned