103: Muuziqaa dhaggeeffataa, booda salaatuun taatii
Audio
Content
Gaafii: Namni tokko yoo ka muuziqaa dhageeffachuu hin dhiifne fiilmii laaluu hin dhiisne nama hamachuu hin dhiifne salaata salaatuun isaa maal faayidaa qabaa? Yoo salaataatuma irraa bahaatuma muziqaa dhageeffatan yoo fiilmii kama laalan ta’e akkami salaata isaanii ni balleessaahii? Deebisaa: Salaanni isaanii yoo seera isaanii guuttatee jiraate salaata isaanii hin balleessuu salaanni numa ta’aa garuu maasiyatu itti deemutti jira. Fitnaa akkasii san ufirraa dhiisuun barbaachisadha. iimaana namaa ajjeesa. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned