101: Dhiira ajnabiif nyaata dhiheessuun danda’amaa?

Audio
Content
Gaafii: Ramadaana keessa dhiira ajnabiidhaaf nyaata qopheesseefii mana tokko keessa gallaa isaan waa tokkoo naaf hin ta’anii nyaata qopheesseefii kennaafii diliin narra jirtiihii?     Deebisaa: Yoo walitti laaqamuun hin aragmin dilin sirra hin jirtu. Dubartiin takka dhiira ajnabii keessa jiraachuun akka shari’aa islaamatti haraama. Yoo walitti laaqamiinsi hin jiraanne, dallaya tokko keessa galuun rakkoo hin qabu. Isiin nyaata isaanii qopheessitee, hulaa dura isaanii kaayuu dandeessi. Isaanillee bakka sanii fudhatanii yoo nyaatan humaa rakkoo hin qabu. Garuu dubartiin, dhiira hagas geettu keessa kophaa isii jiraachuun dubbii jabduudha.     Sheikh Abdurahman Shariif
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned