101: Horii haati warraa dalagdee fiddu nyaachuun taatii?
Audio
Content
Gaafii: Niitii karaa halaalatiin warra isaanii iraa fuudhee anillee biyya araba keessatti dalagaa isiinillee ni dalagdii horii isii san nyaachuun ni danda’amaa? Deebisaa: Ee ni danda’ama humaa rakkoo hin qabu. Yoo bakki isiin dalagdu sun bakka halaalaa, dalagaa halaalaa, ka masiyaan Rabbii keessa hin jirre taate. Garuu dhiirsaaf niitii ka horachuu qabu dhiirsa. Dhiirsatu dirqama qaba. Yoo ammoo innillee dalagee isiilleen dalagdee walitti ida’atanii waliin jiraatan rakkoo hin qabu. Garuu intalti bakki isiin dalagdu bakka kabajaan isiillee itti eeggamtu, bikka dhiiraaf dhalaan walitti laaqamnillee hin jirre yoo taate humaa hin qabu. Sheikh Abdurahman Shariif
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned