101: Salaata keessa yoo madaan dhiige salaanni sun akkam ta’a
Audio
Content
Gaafii: Namni tokko yoo salaata keessatti finniisa tuqee mala’ee dhiigni irraa bahe ka dhiiga ufirraa fidu taate salaanni isaa maal ta’aa? Deebisaa: Dhiiga, najisa moo najisaa mitii kilaafatu keessa jira. Ulamaa’iin irra hedduun najisa jedhan. Ulamaa’ii keessaa dhiiga, haqqee fi fakkaataan isaa najisaa mitii warra jedhantu jira. Garuu warrummaan dhiigni najisa jedhan sunuu, dhiigni xiqqaan tokko yoo namarraa bahee wayaa tuqe, awfii godhanii irra dabran. Salaatallee humaa hin godhu, huccuu tanteellee yoo tuqellee humaa hin godhu. Sheikh Abdurahman Shariif
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned