100: Sujuudussahwii booda tashahhudni jiraa?

Audio
Content
Gaafii: Salaata keessatti dogongoree sujuudussawhii dhufeenii sujuudussawhii sani boodas deebi’ee attaahiyyaata taa’e.     Deebisaa: Inuma salaammata humaa hin qabu. Sujuudussawhii lammataa itti hin deebi’uu tama duraa santi isaaf gahaa. Attahiyyaata qara’uu isaa hoggaa uf arge salaamata baafatee salaata irraa baha.     Sheikh Abdurahman Shariif
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned