792: Abbaa maqaan yaamuun ni dandayamaa?
Audio
Content
Gaafii: Ani yeroo cufaa abbaa kiyya yoon yaamu maqaa isaatiin yaama, duuba abbaa maqaan yaamuun haraamii naan je’an. Deebisaa: Namni yoo waa namni isa gaafate haraamitti jijjiiru kun Rabbii haa sodaatuu. Mataa ufiitiifuu waan haraamiif halaal addaan barachu. Abbaa ufii maqaan yaamuun wamaa hin qabu. Ammoo abbaa haadha je’anii yaamuun kabaja ammoo yoo maqaan yaamte wamaa hin qabu. Akkuma Haati teenyaa Aayishaan RA hogguu abbaa ishii irraa haasoftu Abuu bakri numa jetti abbaa kankoo hin jettu. Wamaa hin qabu. Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned