102: Namni rahiimummaa mure akkami
Audio
Content
Gaafii: namni tokko yoo obboleetti isaatiin waldhabee rahiimummaa sana muree yeroo fagoo walirraa ture akkam ta’uu qabaa? Deebisaa: namni tokko rahiima muruun dubbii jajjabduudha. Haqiiqaan rahiima muruudhaa dallansuu rabbii fiddi. Kanaafuu obboleeyyan islaamaa, waan akkasii san, guddoo ufirraa eeguu qabna. Bakka jirutti namni hundinuu dogongora ufii yoo arge, addunyaan hardhaan tana ganda takka taatee jirtii araaramaafii walii bira dabruufi walii dhiisuu barbaachisa.
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned