102: Hajjiif umriin daangaa godhame jiraa?
Audio
Content
Gaafii: Hajjiin amata afurtamaatii gaditti hin ta’uu nuun jedhanii akkam goonaa? Deebisaa: Hajjiin guyyaa amata kudha shani gahan namatti wajjaba yoo horiin jiraate. Biyya ati keessa jirtu irraa yoo siif hin mijaawin biyya sitti aanutti tarkaanfadhuutii hajjii ufirraa buusi. Amriin hajjiidhaa dubbii jajjabduudhaa baldhinnaan gaafadhaa itti dhaqqabaa. Amrii arkaana islaamummaa shanaan keessatti, Rabbiin guddaan jajjabeessee dubbatee jira. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned