102: Saffiin akkam ta’uu qaba
Audio
Content
Gaafii: Saffaan namaa yoo qajeeluu baate yoo ka walitti hin baxxanne akkamii? Deebisaa: Baaba saffii keessatti Rasuulli Rabbii ? dhaamsa jajjabduu dubbatanii jiran. Saffiin qajeeluun barbaachisa. Akka maleeykaatti saffii godhaa, aboo ani duyda duubaan isin argaa beekaa, namni saffii jallatellee salaanni isaa hin guutamu jechatu jira. Saffii guututu barbaachisaadha yoo imaama tokkoon wajjiin salaataa jiraatan. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned