Articles

139: Nama ibaadaa hin qabne waliin jiraachuun akkami?

Gaafii: Gurbaa tokko kan hin soomanne, kan araada hedduu fi amala hamaa qabuu wajji nikaaha godhanne. Maatiin kiyya dhii...

Aug 21, 2025
139: Namni tashahhuda duraa irraanfate akkam godha?

Gaafii: Namni salaata Zuhrii, Asrii, Magriibaa fi Ishaa’ii osoo salaatu tashahhuda duraa irraanfatee osoo ol ka’aa jiru...

Aug 21, 2025
139: Namni akkaan ariifate tayammumaan salaatuu danda’aa?

Gaafii: Namni tokko osoo karaa deemuu, salaataaf yoo iqaaman dhagahe, wudu’achuuf yeroo hin qabu, salaatni akka isa hin...

Aug 21, 2025
139: Mallaqa osoo zakaan irraa hin bahin waggaan 2 itti naan...

  Deebisaa: Zakaan akka Arkaana Islaamummaa irraa tahe namuu ni beeka. Kanaafuu namni Muslimaa kan qabeenya zakaan...

Aug 21, 2025
140: Dilii irraa akkamitti tawbatan?

Gaafii: Namni tokko dogongoree daangaa Rabbii yoo cabse, ifuma isaatii karaa Rabbiitti deebi’a moo, nama biraatitu akka...

Aug 21, 2025
139: Rifeensa Gabaabsuun Dubartiif Hayyamamaa?

Gaafii: intalti takka rifeensa yoo gabaabsatte hukmii shari’aatti akkami?     Deebisaa: Wanti intalti ittiin b...

Aug 21, 2025
917: Kitaabaa Qur'aanaa waraqaan mammaranii nyaachuu hukmiin...

Gaafii: Biyya keenyatti bakka kitaaba bananii kitaaba laalanitti qur’aana katabanii mammaranii nyaadhu namaan jedhan, qu...

Aug 21, 2025
839: Waan namni hin beeyne nama nyaachisuun akkami?

Gaafii: Akaakoo kiyya tokko hedduun jaaladhaa nin kaddama. Gaaf tokko odoo foon muruufii harki na muramee dhiigni narraa...

Aug 21, 2025
841: Soomanaan qodhaa godhe osoon hin soommanin Ramadaanni n...

Gaafii: Gaaf tokko Rabbii kiyyaaf jechaan qodhaa godhe. Yoo Rabbiin waan akkanaa muraada naaf guute baatii takka nin soo...

Aug 21, 2025
957: Intala eega butanii zinaa irratti dalaganii booda Nikah...

Gaafii:  Gaaf tokko na butanii ganda gurbaa na geessanii achitti gurbaan hamtuu natti dalage, warri keenyas dafaniillee...

Aug 21, 2025
139: Nikaahni nama duubaan godhamu akkami?

Gaafii: Anaa fi intalti takka wal jaalanne. Eega wal jaalanneen booda warri keenya lamaan walitti dhufanii nikaya nama g...

Aug 21, 2025
725: Ambiyoota Meeqatu Ergame? Garaagarummaan Nabiyyiifi Ras...

Gabricha Rabbii;  ta duraatii hogguma takkallee wanti nuti haasofnu kaalama Rabbiiti. Wanni deebisaa goonuunis akkuma sa...

Aug 21, 2025
101: Namni harka mirgaa hin qabne bitaan qaluu danda'aa?

Gaafii: Yoo harki mirgaa dhukkubsataa yookaa citaa ta’ee bitaadhaan qaluu ni danda’aa?         Deebi...

Aug 21, 2025
104: Iqaamuun maletti salaata salaatuun akkam?

Gaafii: Namni tokko yoo azaanatee irraanfatee iqaamaa malee salaate akkam?       Deebisaa: Ulamaa garii b...

Aug 21, 2025
140: Namni saayyidul istighfaar Qara’u isii qofaan Jannata n...

  Deebisaa: Nabiin Keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam-Du’aa’ii adda addaa keessatti fadlii yookaan darajaa isiin qa...

Aug 21, 2025
143: Maallaqa nama biraa qabu irraa zakaa ni baasaa?

Gaafii: Kafiila kiyya biraa osoo mallaqa hin fudhatin kan waggaan irra naannawetu jira. Mallaqa kana irraa zakaa ni baas...

Aug 21, 2025
140: Dubra xixiqqoo heeruma hin gahin nikaaha namaa godhuun...

Gaafii: Ijoollee dubraa daa’imman umriin isaanii xiqqaa tahe yoo nikhaha hidhan, nikeenni sun ni tahaa?     De...

Aug 21, 2025
137: Yeroo wuduu’a godhan akkamitti kaalsii irra haqan?

Gaafii: Hukmii shari’aa keessatti kaalsii irratti akkamiin haquu danda’an? Akki haqan hoo akkam? Yeroon haqan hoo yeroo...

Aug 21, 2025
140: Ji’a Rajab keessa soomanni ajajame jiraa?

Rajab: Ji’a kabajamaadha.   Jiini Rajab ji’oota Rabbiin kabajamtoota jedhe keessaa isa tokko. Qur’aana keessatti S...

Aug 21, 2025
140: Salaata booda aayatal Khursii qara’uun akkami?

  Wanni Nabiin keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam- jabeessanii nuuf dhaaman inni tokko Salaata shanan booda;  suura...

Aug 21, 2025
Showing 381 to 400 of 720 articles