140: Salaata booda aayatal Khursii qara’uun akkami?

Audio
Content
  Wanni Nabiin keenya-Salallaahu Aleeyhi Wasallam- jabeessanii nuuf dhaaman inni tokko Salaata shanan booda;  suuratu al-Naas, suuratu al-Falaq fi aayatal Khursii qar’auudha. Suuraalee kanniinii fi aayatal Khursii qara’uun faaydaa fi sadarkaa gurguddoo heddu qaba. Sheeyxaanaa fi wantoota nama waswaasan kanneen biroo irraa tika Rabbii argachuuf suraaleen kunniin bu’aa guddaa qaban. Hoggaa rafanii fi salaata booda qara’uu akkaan jabeefachuu barbaachisa.   Dr. Liwaa'ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned