104: Iqaamuun maletti salaata salaatuun akkam?

Audio
Content
Gaafii: Namni tokko yoo azaanatee irraanfatee iqaamaa malee salaate akkam?       Deebisaa: Ulamaa garii biratti azaanaaf iqaamaan waajibatti laalama. Warri gariin ammoo waajibaa mitii jedhan. Ammoo hukmii salaata balleessuu hin gahu. Yoo hir’ate ajritu irraa hir’ata jechu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned