936: Haati ilmaan irraa Zakaa fixrii ni baastii?

Audio
Content
Gaafii:  Aniin tun intala takka ta hiikamte, ijoollee qabaa abbaan isaanii quba hin qabu yoo zakaa fixrii irraa baase rakkoon ni jirtii?       Deebisaa:   Ta duraatii hiikamtee jirta ka Rabbi sodaatu ka ilmaan tana si wajjin tajaajilu yoo ilmaan si harka jiraatan Rabbi siin haa dhaqqabu. Yoo abbaan ilmaan kana ka quba hin qabaanne ta’e, eega inni ilmaan isaa jibbee hin jibbinii Rabbii si haa gargaaruu bakka isaani jiranitti si bira jiraatanuu warra keessani jiraatanuu zakaa fixrii irraa baasi. Takkaahuu warra keessanitti waa ergii isaaniin irraa baasaa jedhiin.     Dr.Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned