117: Horii nama kaafiraa nyaadhe akkamitti deebisaafii?

Audio
Content
Gaaffii: Yoo horii nama islaama hin ta’inii nyaadhee jiraadhe akkamitti deebisaafii? Hin sadaqaaf moo masaajidatti baasaaf moo akkam godhaa?           Deebisaa: Yoo namtichi duniyaa irra akka hin jirre beeyte maatii isaa barbaadii itti kenni, yoo maatiin isaa hin jirre humaa dabarte suni wanni sadaqaniif wanni aakiratti isa dhaqqabdu hin jirtu. Du’uun isaa erga hubatamee jechu. Sheikh Alii Jimmaa
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned