811: Ilmoon baatii jahaa yoo namarraa baate maal godhan?

Audio
Content
Gaafii: Ilmoon baatii jahaa namarraa yoo baate hukmiin isii maali?   Deebisaa: Ta duraatii ilmi namaa uumaan itti eegalamuun qaamni nama gurraaf karaa foonii irraa eegalamuun guyyaa saddeettamii tokko, Ruuhiin itti afuufamuun karaa baatii afuriiti. Ta baatii jahaa akkuma nama ilmoo dhaleeti nifaasilleen irratti jirtii hin salaattuu hin soomantu. Akkuma xahaaraan isii dhufetti xahaarachuudha qabdi. Ilmoon tun ilmoo uumaan guutuun itti uumamte ilmoon baatii jahaa wamaa hin hafne jecha dhaliinsaaf baatima sadiif afurtu hafe jechu.     Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories

No categories assigned

Tags

No tags assigned