780: Dubartiin iqaamachuu dandeeysii?
Audio
Content
Gaafii: Hoggaan salaatuuf deemu iqaammachuu danda’aa? Akkuma san yoo salaanni na dabre eega aduun baatee salaatuu danda’aa? Deebisaa: Intalti dhalaa takka wanni irra jiru, uduuattee qiblatti garagaltee salaatuu qofa. Azaanaafi iqaamaan dhiiraaf godhame. Kanaafuu wuduua kee godhadhuu qiblatti gara galii Allaahu Akbar je’iituma salaati. Salaanni fajrii yoo si dabre ammoo aduun baatullee hogguma yaadatte dafii salaati. Dr. Liwaa’ulislaam
Created: Aug 21, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Updated: Aug 22, 2025
Categories
No categories assigned
Tags
No tags assigned